全国人大代表任千里:推进省级医学影像云平台及联合体建设
Appearance
百度 而金球奖的另一名有力竞争者:克里斯提亚诺-罗纳尔多由于联赛初期长时间的不在状态,在射手榜上一度被梅西甩开11球之多。
Sirna narvii ykn Sirna Aarsituu ykn Sirna ribee jechuun sirna seelotaa fi tishulee ta’ee kan odeeffannoon seelota sirbidootaa fi qaamolee gidduu odeeffannoo daddarbuu dha. Sirni narvii namaa kutaalee gurguddoo lama qaba. Isaanis sirna narvii wiirtuu fi sirna narvii qarqaraa jedhamu. Sirni narvii wiirtuu sammuu fi ispaayinaal koordii of keessatti hammata. Sirni narvii qarqaraa (moggaa) ammoo narvoota sammuu fi miqiqqiri (ispaayinaal koordii) irraa ka’uun qaama hunda bira ga’an hammata.